Перейти к содержимому

Hospitaala Keessatti: Dhukkuba Himachuu fi ሕመምተኛ መጠየቅ (Afan Oromo & Amharic

Jira Learning

0:00 / 0:00

Hospitaala Keessatti: Dhukkuba Himachuu fi ሕመምተኛ መጠየቅ (Afan Oromo & Amharic

6 891 просмотр · 2 месяца назад
Jira Learning
4,8 тыс. подписчиков
6 891 просмотр · 2 месяца назад
Akkam jirtu kabajamtoota fi jaalatamtoota maatii Jira Learning! Vidiyoo barumsaa kanaan, hospitaala keessatti yeroo argamnu akkamitti bifa salphaa fi sirrii ta'een dhukkubbi/mishaa keenya akka ibsannu (dhukkuba himachuu) fi akkasumas yeroo fira ykn nama dhukkubsate gaafachuu deemnu (ሕመምተኛ መጠየቅ) jechamoota fi lallaba afaan lamaanii (Afaan Oromoo fi Amaariffa) wal bira qabnee kan itti barannu ta'a. በዚህ ቪዲዮ ውስጥ፣ በሆስፒታል ውስጥ በሚኖረን ቆይታ እንዴት ሕመማችንን በግልጽ መናገር እንደምንችል እና ሕመምተኛ ለመጠየቅ ስንሄድ የምንጠቀማቸውን ጠቃሚ አገላለጾች በአፋን ኦሮሞ እና በአማርኛ ቋንቋዎች በምሳሌዎች እንማራለን። የምንማራቸው ዋና ዋና ነጥቦች (Wanta Vidiyoo Kana Keessatti Barannu): online barachuu kara telegram 0901110201