Перейти к содержимому

Ergaa Ergamoota Sadanii - Kutaa 12ffaa

Hope Channel Ethiopia

0:00 / 0:00

Ergaa Ergamoota Sadanii - Kutaa 12ffaa

217 просмотров · 2 года назад
Hope Channel Ethiopia
32,8 тыс. подписчиков
217 просмотров · 2 года назад
@Hope Channel Ethiopia Official Sagantaa Ergaa Ergamoota sadanii: Sagantaan kun sagantaa kitaaba mullataa irratti hundaa'e ta'ee afaan, qomoo' sanyii fi saba utuu addaan hinqoodin nama lafarra jiru maraaf Waaqa Abbaa biraa karaa Yohannis abbaa mullataa ergameedha. Kanaaf namni lafarra jiru marti dhaga'uu kan qabuu fi jireenya isaa egereef murtii qajeelaa fi sirrii ta'e murteessuuf kan isa fayyadu waan ta'eef tooraan isin biraan ga'uuf dirqamneerra. Isinis Macaafa Mullataa 14: 6-12 irratti sagantaa hundaa'e kana tooraan akka hordoftan jennee waamicha isiniif goona . Galatoomaa!! Facebook:   / hopechannelethiopia   Telegram : https://t.me/hopetvethiopia Instagram:   / hopechannelethiopia