Перейти к содержимому

Ameerikaan humna lafootiin Iraan weeraruu dandeessii? | BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Ameerikaan humna lafootiin Iraan weeraruu dandeessii? | BBC News Afaan Oromoo

82 304 просмотра · 5 мес. назад
BBC News Afaan Oromoo
192 тыс. подписчиков
82 304 просмотра · 5 мес. назад
Tibbana Ameerikaan humna lafoon Iraan weeraruuf dhaadachaa jirti. Kun ta'uu danda'aa? Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #iran #usa #war #israel #troops #bbcnewsafaanoromoo