Перейти к содержимому

Itoophiyaan 'Ertiraan na weerarte' jechuun Mana Maree Nageenyaa UNtti himatte.

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Itoophiyaan 'Ertiraan na weerarte' jechuun Mana Maree Nageenyaa UNtti himatte.

12 494 просмотра · 15 ч назад
BBC News Afaan Oromoo
209 тыс. подписчиков
12 494 просмотра · 15 ч назад
Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Dr Geediyoon Ximootiyoos Mana Maree Nageenyaa UN'f xalayaa barreessuun Eertiraan ''daangaa Itoophiyaa cabsitee seenuun weerara raawwatteetti'' jedhan. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Maddi BBC qabiyyee xalayichaa akka nuuf erganitti, xalayaa Dr Geediyoon amma barreessan kun kan jalqabaa miti. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Instagram 👉   / bbcnewsafaanoromoo   Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... TikTok 👉   / bbcnewsafaanoromoo