Перейти к содержимому

Barattoonni M/B Bulti Addaa Dodolaa, sadarkaa biyyaatti dorgomaa ta’uuf akka hojjetan himan.

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

0:00 / 0:00

Barattoonni M/B Bulti Addaa Dodolaa, sadarkaa biyyaatti dorgomaa ta’uuf akka hojjetan himan.

1 232 просмотра · 4 года назад
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
1,07 млн подписчиков
1 232 просмотра · 4 года назад
Manneen barnootaa ammayya'aan naannoo keenyaatti ijaaramuun carraa barnootaa ammayyaa akka argannuuf nugargaara jedhan jiraattonni Godina Arsii Lixaa. Barattoonni Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa sadarkaa 2ffaas, haala mijataa argataniiti fayyadamuun sadarkaa biyyaatti dorgomaa ta’uuf akka hojjetan himan.