Перейти к содержимому

Hoogganaa olaanaan waggaa 38'f Iraan bulchan Ayaatollaa Alii Kaameenii eenyu?

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Hoogganaa olaanaan waggaa 38'f Iraan bulchan Ayaatollaa Alii Kaameenii eenyu?

26 618 просмотров · 8 мес. назад
BBC News Afaan Oromoo
221 тыс. подписчиков
26 618 просмотров · 8 мес. назад
Hoogganaan Olaanaan Iraan, kan akka mallattoo biyyattiitti ilaalaman, haleellaa US fi Israa’el Sambata darbe (Guraandhala 28, 2026) Iraan irratti raawwataniin ajjeefamaniiru. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Bara 1989 du’uu abbaasaanii Ayaatollaah Ruhollaa Homeeyinii booda aangoo kan qabatan Ayaatullaa Alii Kameenii, umriisaanii waggaa 86tti ajjeefaman. Dureen amantii, hoogganaa olaanaan, waggoota kurna afuritti siquuf Iraan bulchan kun eenyu? 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #usa #usarmy #trump #donaldtrump #bbcafaanoromoo #bbc #airforce #attack #usa #iranisraelconflict #conflict #bbcnewsafaanoromoo #iran #drone #war #israel #middleeast #ayatollah #alikhamenei #death