Перейти к содержимому

Abbaa Gadaa Boranaatiif meeshaa ulfoo kan hojjetan Konsoo ta'uu beektuu?

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Abbaa Gadaa Boranaatiif meeshaa ulfoo kan hojjetan Konsoo ta'uu beektuu?

1 831 просмотр · 7 месяцев назад
BBC News Afaan Oromoo
194 тыс. подписчиков
1 831 просмотр · 7 месяцев назад
Ummanni Konsoo fi Booranaa tokkuma jedhu maanguddoonsaanii. Meeshalee aadaa ulfoo ta'an kanneen akka kallacha Abbaa Gadaa kan hojjetu Konsoodha. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #oromo #oromoo #aadaa #culture #ethiopia #bbcafaanoromoo #gadaa