Перейти к содержимому

Dubartii fi Dhiira akka Sirnaatti

ARSADII MEDIA - Miidiyaa Arsadii

0:00 / 0:00

Dubartii fi Dhiira akka Sirnaatti

75 просмотров · 1 г. назад
ARSADII MEDIA - Miidiyaa Arsadii
1,17 тыс. подписчиков
75 просмотров · 1 г. назад
Akka sirnoota Xabbootti qooda Dubartii fi Dhiira… (Muudaa Sirnoota Xabboo keessaa tokko kan ta’e Gadaan Wiirtuu Muudaa fi Bokkuu qaba. Uuman Umama lubbu-qabeeyyii hunda gita lama lamaan uume; innis dubartii fi dhiira. Akka sirnaatti dubartiin gita Muudaa yoo taatu, dhiirri immoo gita Bokkuuti. Lameen yoo walitti Utubaa tokko dhaaban SIRNA guutuu ta’u. Dubartii fi dhiirri walqita osoo hin ta’in tokkuma! Tokko isa tokko malee guutuu ta’uu hin danda’u; wiirtuun Muudaa kophaatti sirna hin ta’u, wiirtuun Bokkuutis kophaatti sirna hin ta’u. Muudaan hariiroo Uumaa fi Uumamaa (Heera) yoo ta’u, Bokkuun immoo bulchiinsa (SEERA). Sirnootni Xabboo hunduu HEERAA fi SEERA qabu; Sirni Siyaasaa garuu seera qofa qaba waan ta’eef aangoo Bokkuu qofaan biyya bulchuuf yaala. Haalli Kun immoo yeroo ammaa mormii “walqixxummaa dhiiraa fi dubartii” jedhamu addunyaarratti kaasaa dhufeera. Link: