Перейти к содержимому

Jechoota Afaan Oromoo Guyyaa Guyyaan Baradhu # Learn Afan Oromo #Amharic English letters

Gamtaa Akkaadamii

0:00 / 0:00

Jechoota Afaan Oromoo Guyyaa Guyyaan Baradhu # Learn Afan Oromo #Amharic English letters

204 просмотра · 2 месяца назад
Gamtaa Akkaadamii
1,65 тыс. подписчиков
204 просмотра · 2 месяца назад
Jechoota Afaan Oromoo Guyyaa Guyyaan Baradhu jedhu bifa salphaa fi ifa ta'een ijoollee fi barattoota keenyaaf qabannee dhiyaannee jirra. Barumsi kun haala mijeessaan jechoota jireenya guyyaa guyyaa keessatti baay'ee itti fayyadamnu addaan baasanii dubbisuu, barreessuu fi haasaa keessatti itni fayyadamuuf baay'ee gargaara.Maaloo chaanaalii keenya Like, Share fi Subscribe gochuun nu jajjabeessaa, yaada fi gaaffii qabdan hunda yaada (comment) irratti nuuf barreessaa! ​Nu Quunnamuuf: ​Telegraamii / Miidiyaa Hawaasaa: @Gamtaa Academy ​Bilbila: +251923490406