Перейти к содержимому

AI Maali? Akkamitti Hojjeta? | AI Hubadhaa | AI Baraa! | AI Afaan Oromootiin Baradhaa – Ep. 1

iTUB

0:00 / 0:00

AI Maali? Akkamitti Hojjeta? | AI Hubadhaa | AI Baraa! | AI Afaan Oromootiin Baradhaa – Ep. 1

385 просмотров · 1 месяц назад
iTUB
323 подписчика
385 просмотров · 1 месяц назад
🤖 AI MAALI? AKKAMITTI HOJJETA? Artificial Intelligence (AI) jechuun maal jechuudha? Akkamitti hojjeta? Guyyaa guyyaan eessatti fayyadamna? Episode kana keessatti AI bu'uura irraa, Afaan Oromootiin, fakkeenya salphaa fi jireenya guyyaa guyyaa keenyaa irraatti hundaa'uun ni baranna. Video kana keessatti: 00:00 — Seensa 00:00:10 — AI jechuun maal? 00:00:56 — Fakkeenyaa AI 00:01:21 — AI akkamitti hojjeta? 00:02:15 — AI nama fakkaata? 00:02:46 — AI eessatti fayyadamna? 00:03:22 — AI sodaachisaa? 00:03:51 — Cuunfaa 🎯 AI Afaan Oromootiin Baradhaa AI irraa jalqabnee gara Machine Learning, Deep Learning, Generative AI, LLM, AI Agents, RAG fi teknooloojiiwwan AI ammayyaa birootti tartiibaan ni ceena. 📌 ITUB AI • Technology • Innovation Afaan Oromoodhaan baradhaa, fayyadamaa, uumaa. Subscribe godhaa, Episode 2ffaa isin jala hin darbiin! #AI #ArtificialIntelligence #AfaanOromoo #ITUB