Перейти к содержимому

Artiisti Anduwaalem Gosaa Albama Muuziqaa Haaraa Xumuruu Beeksise

VOA Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Artiisti Anduwaalem Gosaa Albama Muuziqaa Haaraa Xumuruu Beeksise

9 988 просмотров · Трансляция закончилась 2 года назад
VOA Afaan Oromoo
165 тыс. подписчиков
9 988 просмотров · Трансляция закончилась 2 года назад
0:00 Qophii Jimaataa 0:56 Gojjaam Bahaa Keessatti Barsiisonni Lama Roobii Dabre Ajjeefamuun Barsiisotaa fi Hojjetoota Barnootaarratti Yaaddoo Uumee Jira 4:35 Eega Lolli Isiraa’el Eega Baatiilee 11 Booda Jimaata Har’aa Libaanonii fi Israa’el Qilleensa’rraan Haleellaa Wal Irratti Deemsisan 8:06 Gamtaan Awurooppaa Yukreeniif Liqaa Maallaqaa Haga Doolaara Biliyoona 39 Kennuuf Qophaa’uu Isaa Beeksise 10:15 Dhimmi Gaazaa, Sudaanii fi Yukireen Kora Dhaabbbata Mootummoota Gamtoomanii Gidduu Kanaarratti Ijoo Dubbii Tahuuf Jira 16:26 Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Somaaleaae fi Mootummaan Naannoo Sana Dhimma Mirga Namoomaarratti Wal-balaaleffataa Jiran 23:05 Qormaatni Na Mudate Milkaa’inaan Na Gahe’ – Weellisaa Anduu’alem Gosaa Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.