Перейти к содержимому

WBO gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaan kaasturratti ejjennoo akkamii qaba? |BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

WBO gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaan kaasturratti ejjennoo akkamii qaba? |BBC News Afaan Oromoo

26 679 просмотров · Трансляция закончилась 11 месяцев назад
BBC News Afaan Oromoo
191 тыс. подписчиков
26 679 просмотров · Трансляция закончилась 11 месяцев назад
Sagantaa Raadiyoo Onkoloolessa 10/2025 Akkam ooltan hordoftoota keenya? Sagantaa keenya har’aatiin; WBO gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaan kaasturratti ejjennoo qabu. Dubartii badhaasa Noobelii Nagaa injifatte fi ‘badhaasichi naaf mala’jedhanii kan dhaban-Tiraampirratti gabaasa qabna. Dubartii badhaasa idila-addunyaa injifatte -Miliyoon Baqqalaa Haala Gaazaan amma keessa jirturrattis gabaasa qabna. Kaanis qabna dhiyaadhaa! Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha. Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia